Faayidaalee qullubbii Adii
























QULLUBBII ADII
(Importance of GARLIC)
Faayidaalee isaa keessaa
muraasa
1. Dhukkuba qufaa (utaalloo),
akkasumas dhukkuboota
vayirasii fi baakteriyaan dhufan nurraa
ittisuuf.
2. Dhiibbaan dhiigaa akka ol hin kaane
gichuuf;
3. Carraa dhukkuboota onnee
adda addaan qabamuu
hir’isuuf,
4. Fayyummaa lafee eeguu
irratti gahee guddaa qaba,
5. Rifeensi mataa akka nurraa
hin dhumne pirootiina taasisu of
keessaa qaba.
6. Infekshinii gogaa irratti
argaman daaknee yoo itti
dibne hedduu nu gargaara.
7. Allerjiiwwan garagaraa
nurraa ittisa
8. Qabiyyee qaamaa
'cholesterol' jedhamu  yeroo
baayyatu dhukkuba garaa garaaf nu
saaxilu nu keessaa hir’isa.
Faayidaalee biroo illee ni
qaba.
Source: Intarneetii

Comments

Popular Posts