Train an Afaan Oromoo writing with this app

Check out “Afaan Oromoo Writing Practice

 36 Views

Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Afan Oromo Writing practice with Oromo words

Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu

Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul’ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.

Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin kuni waluumagalatti, dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga’ee guddaa taphata jenee abdii qabna.

Appi kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee isin galateeffanna

DOWNLOAD APP

Leave a Reply

Your email address will not be published. 

 

Comments

Popular Posts