Jechoota hayyootaa hooggantummaarrattii..

Example of Bootstrap 3 Blockquotes



Hoogganaa jechuun gara itti deemuu kan beeku, gara sanattifi karaa irra deemuu sana kanneen birootti kan agarsiisuu dha.

by Joon Maaksiweel



Hopgganaa gaariin namoonni akka hojii saaniitti amanan kakaasa, hoogganaa irraa irraa gaariin immoo namoonni akka ofitti amanan kakaasa.

by Ooskaar Waayild

Murteessuudhaaf hubannoofi kutannoo qabaadhuu,dhimmi murteessaan ga'ee hoogganaa cimaa mullisu Isa kana.

by Istiiv Roobartisan

Hooggantummaan gaariin hordooftoota hedduu qabaachuu osoo hin taanee , hooggantoota hedduu horachuu dandahu dha.

by Raalf Naadar

Hooggantummaan bu'aa kan fidu jechoota qofa osoo hin taane, illachaafi gochaa gaarii dhaani.

by Haarooldii Giniin

Yaada haaraa maddisiisuun qabxiilee hoogganaafi hordooftoota isaa addaan baasaan keessaa Isa tokko dha.

by Istiiv Joobsii






Comments

Popular Posts