Waa'ee Jaalalaa haa haasofnu!








Qaamota shamarrani keessaa iddoowwan nama harkisan(hawwatan)

10ffaa.Koomee miillaa(Heel):-kun jaalaala yookaan dhiiraaharkisuu keessatti gahee guddaa
waan hin taphanne fakkaata malee garuu miti !Sirriitti gahee qaba.
9ffaa.Dugda(Back):-dhiironni hedduun osoo ofirratti hin beekiin dugda gadi-dhooqaa yookaan
(curved)baay’ee jaallatu.
8ffaa.Garaa(Mudhii)(Waist):-kana yeroo hedduu sirboonni aadaa keenyaa yoo durbaaf
weellisan qalloo mudhii soonsaa…kan mudhii qabaan hin guunne…fi kkf akka  jedhan hedduun keenyaa ni beekna.
7ffaa.Rifeensa(Head hair):-dhiironni riifensa dheeraa jaallatan akkuma jiran kaan immoo
gabaabaa mammaramaa jaallatu.Garuu inni guddaan rifeensaaf bakka guddaa qabu.
6ffaa.Tafa(thigh):-kun karaa cinaatiin kan mul'atu malee isa dudduubaan(booddeen) argamu sana miti.Yoo bal’aafi curved ta’e dhiiroonni ni filatu jedha researchiin(qorannoon)adda addaa.
5ffaa:-Seequumsa ishee(Smile):-namoonni hedduun kan beekaniifi kan irratti walii galan kan
hedduu nama harkisuu dha(hawwatudha.)
4ffaa.Hidhii(Lips):-kun yoo guutuu ta’eefi hammaan giddu-galeessa ta’e jallatamaa ta’a.Garuu
qalama baay’ee ciccimaafi fagoottii mul’atu yoo itti diban mul’isuuf malee harkisuuf ga’ee hin
qabu.
3ffaa.Guntuuta(Breasts):-harmi yoo dhaabbatu,guddatee yoo bareeduu…wellistootni keenya
illee hedduu weelisaniiruuf!Ishee guntuutni gaafa jibichaa fakkaatu qabdu jedhu..
2ffaa.Teessuma(Butts):-kun homaa gaaffii hin qabu.Dhiirri akka dubara dudduuba ishee sagal
dhoksee ilaalu ni beekna.
1ffaa.Ija(Eyes):-Inni kun eeboo yookaan xiyyadha.Niwaraana,ni ajjeesa,ni injifata!Maarree
gooftaa dhiiraati jechuun ni danda’ama!
Waan dubbistaniif Galatoomaa!
Oolmaa gaarii!





Comments

Popular Posts